2 Qorontos 4:6 — Waaqni, “________ keessaa ifni haa ifu” jedhe sun akka fuula Kiristoos irraa ifa beekumsa ulfina Waaqaa nuu kennuuf ifa isaa garaa keenya keessatti ibseeraatii.
rakkina
taayitaa
Dukkana
Hooseʼaa 4:6 — sabni koo beekumsa dhabuudhaan badeera. “Waan ati beekumsa tuffatteef anis akka ati ________ naaf hin taaneef si tuffadheera; sababii ati seera Waaqa keetii gatteef anis ilmaan kee nan gata.
luba
badiisa
amanamummaa
Roomaa 1:28 — Sababii isaan Waaqa beekuu akka waan faayidaa hin ________ fudhataniif, Waaqni immoo akka isaan waan hojjetamuu hin malle hojjetaniif qalbii faayidaa hin qabnetti dabarsee isaan kenne.
mormu
gufuu
qabneetti
1 Qorontos 8:1 — Waaʼee nyaata waaqota tolfamoof aarsaa dhiʼeeffamee akka nu hundinuu beekumsa qabnu beekna. Beekumsi of nama tuulchisa; ________ garuu nama ijaara.
qalbii
dukkana
jaalalli
1 Xiimotewos 6:20 — Yaa ________, waan imaanaa sitti kenname jabeessii eegi. Oduu Waaqni hin jaallannee fi yaada mormii kan sobaan “Beekumsa” jedhamu irraa fagaadhu;
Fiiliphoos
Xiimotewos
Alʼaazaar
Isaayyaas 11:9 — Isaan ________ koo qulqulloota hunda irratti waa hin miidhan yookaan waa hin balleessan; akkuma bishaan galaana guutu sana lafti Waaqayyoon beekuudhaan guutamtiitii.
Lakkoobsa 14:21 — Taʼu illee akkuma ani dhugumaan jiraataa taʼee fi akkuma ulfinni Waaqayyoo dhugumaan lafa hunda ________ sana
tuffatan
mulʼate
guute
Lallaba 4:12 — Namni tokko moʼatamuu dandaʼa; namoonni lama garuu of irraa deebisuu dandaʼu. Funyoon foʼaa sadiin foʼame ________ hin citu.
murtii
Waaqaatti
dafee
Hooseʼaa 6:3 — Kottaa Waaqayyoon haa beeknu; isa beekuufis haa tattaaffannu. Akkuma ________ dhugumaan baatu sana inni dhugumaan ni dhufa; inni akkuma bokkaa gannaa, akkuma bokkaa birraa kan lafa quubsu sanaatti // gara keenya ni dhufa.
aduun
bineensa
hidhaa
2 Phexros 3:18 — Garuu ________ fi beekumsa Gooftaa keenyaa fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoosiin guddadhaa. Ammas, bara baraanis ulfinni isaaf haa taʼu! Ameen.