Macaafni Qulqulluun Waa'ee Gaarii fi Hamaa Maal Jedha? — Jireenya Keessatti Hojiirra Oolchuu — Qormaata Kitaaba Qulqulluu
Wabiiwwan armaan gadii keessaa tokkoo tokkoof, waan caqasni sun barsiisu filadhu. Qabxiin kee dhuma irratti ni argama.
Kun qormaata qabxiin madaalamudha. Waraqaa Ragaa Mirkaneessaa Tajaajilaa kee argachuuf isa darbi.
Faarfannaa 34:14 — ________ irraa deebiʼi; gaarii hojjedhu; nagaa barbaadi; duukaa buʼis.
Hammina
dhaala
qooda
Maatewos 5:16 — Akka namoonni hojii keessan isa gaarii arganii abbaa keessan kan samii irraatiif ulfina kennaniif ifni keessanis ________ fuula namootaa duratti haa ifu.
suuta
akkasuma
dandaʼa
Roomaa 7:19 — Wanti ani hojjedhu waan hamaa ani hojjechuu hin barbaanne malee waan gaarii ani hojjechuu ________ mitiitii.
argu
barbaadu
arganne
Efesoon 6:16 — Kana hundumaa irrattis ________ amantii kan xiyya bobaʼaa hamaa sanaa hunda ittiin dhaamsuu dandeessan qabadhaa.
gaachana
dhufaatii
dheerina
Maatewos 5:44 — Ani garuu isinittin hima; ________ keessan jaalladhaa; warra isin ariʼataniifis kadhadhaa;
teessoo
intala
diinota
1 Phexros 3:9 — Hamaa, hamaadhaan hin deebisinaa; yookaan arrabsoo, arrabsoodhaan hin deebisinaa; qooda kanaa eebbisaa. Isinis akka ________ dhaaltaniif kanumaaf waamamtaniitii.
waadaa
gammachuu
eebba
Maatewos 6:13 — Isa hamaa jalaa nu baasi malee qoramatti nu hin galchin.’ Mootummaan, humni, ulfinnis bara baraan kan kee ti. ________.
Ameen
Isaayyaas
Maariyaam
Mulʼata 21:4 — Inni ________ hunda ija isaanii irraa ni haqa. Siʼachi duuti yookaan gaddi yookaan booʼichi yookaan dhiphinni hin jiraatu; sirni moofaan sun darbeeraatii.”
imimmaan
moʼate
dinqii
Uumama 1:31 — Waaqnis waan hojjete hunda ilaale; wanni sunis dhugumaan gaarii ture. Galgalas taʼe; ganamas taʼe; guyyaa ________.
jaʼaffaa
lammaffaa
sagaltamii
1 Yohannis 3:8 — Namni cubbuu ________ kan diiyaabiloos; diiyaabiloos jalqabumaa kaasee cubbuu hojjetaatii. Ilmi Waaqaa hojii diiyaabiloos diiguudhaaf mulʼateetii.
dubbatu
hojjetu
nyaatu
Mulʼata 2:10 — Dhiphina sirra gaʼuuf jiru hin ________. Kunoo, akka qoramtaniif diiyaabiloos isin keessaa namoota tokko tokko mana hidhaatti ni galcha. Guyyaa kudhanis ni dhiphattu. Ati hamma duʼaatti amanamaa taʼi; ani gonfoo jireenyaa siifin kennaatii.
gowwaa
haaraa
sodaatin
Mulʼata 2:7 — Namni gurra qabu waan Hafuurri ________ kiristaanaatiin jedhu haa dhagaʼu. Nama moʼatu akka inni muka jireenyaa kan jannata Waaqaa keessa jiru irraa nyaatuuf mirga nan kennaaf.
waldoota
irbaata
urjii
Galaatiyaa 3:13 — Waan, “Namni muka irratti fannifamu kam iyyuu abaaramaa dha” jedhamee barreeffameef, Kiristoos nuuf jedhee abaarsa taʼuudhaan abaarsa ________ irraa nu fure.
seeraa
waadaa
bulchitootaa
Galaatiyaa 6:9 — Kottaa waan gaarii hojjechuu hin dadhabnu; yoo abdii kutachuu baanne gaafa yeroon isaa gaʼe ________ isaa ni haammannaatii.
midhaan
duʼan
waldaa
1 Mootota 3:9 — Kanaafuu ________ ani ittiin saba kee bulchuu fi waan gaarii fi waan hamaa ittiin gargar baasee beeku garbicha keetiif kenni. Yoo akkas taʼuu baate eenyutu saba kee guddaa kana bulchuu dandaʼa?”
hubannaa
balʼina
jiraataa
Hojii 10:38 — Kunis akka Waaqni Yesuus nama ________ sana Hafuura Qulqulluu fi humnaan dibee fi akka Yesuus waan gaarii hojjechaa fi warra humna diiyaabiloos jala turan fayyisaa biyya hunda keessa nanaannaʼee dha; Waaqni isa wajjin tureetii.
Itoophiyaa
Naazreeti
Qiisaariyaa
Ibroota 5:14 — Nyaanni jabaataan garuu namoota bilchaatoo kanneen waan gaarii fi waan hamaa gargar ________ beekuuf of leenjisaniif taʼa.
baasanii
foonii
tajaajiluu
Mulʼata 22:2 — bishaan sunis walakkaa daandii magaalattii irra yaaʼaa ture. Gamaa gamana lagichaa irras mukni jireenyaa ija gosa kudha lama naqatu dhaabatee ture; innis jiʼuma jiʼaan ija naqata ture. ________ muka sanaas saboota fayyisa ture.
beelaʼan
Baalli
marfamte
← Gara Qorannootti Deebi'i