Macaafni Qulqulluun Waa'ee Gaarii fi Hamaa Maal Jedha? — Kutaa 2ffaa — Qormaata Kitaaba Qulqulluu
Wabiiwwan armaan gadii keessaa tokkoo tokkoof, waan caqasni sun barsiisu filadhu. Qabxiin kee dhuma irratti ni argama.
Kun qormaata qabxiin madaalamudha. Waraqaa Ragaa Mirkaneessaa Tajaajilaa kee argachuuf isa darbi.
Ibroota 5:14 — Nyaanni jabaataan garuu namoota bilchaatoo kanneen waan gaarii fi waan hamaa ________ baasanii beekuuf of leenjisaniif taʼa.
dhagna
gargar
ulfina
2 Qorontos 11:3 — Garuu akkuma bofti ________ isaatiin Hewaanin gowwoomse sana yaadni keessanis akkasuma dhugaa fi qulqullina ittiin Kiristoosiif of kennitan sana irraa ni dogoggorfama jedheen sodaadha.
haxxummaa
salphinaan
barbaachisaa
Roomaa 6:23 — Mindaan cubbuu duʼaatii; kennaan Waaqaa garuu karaa Gooftaa keenya Kiristoos Yesuusiin jireenya bara ________ ti.
hojjetu
kennaa
baraa
1 Yohannis 2:16 — Wanni ________ keessa jiru hundinuu jechuunis hawwiin foonii, hawwiin ijaa, akkasumas waan qabaniin kooruun kan addunyaati malee kan Abbaa miti.
dhugaa
cubbuu
addunyaa
Maarqos 7:21 — Yaadni hamaan keessa namaatii, garaa namaa keessaa baʼaatii; innis ________, hanna, nama ajjeesuu, ejja
halalummaa
gowwummaa
yaadannoo
Ermiyaas 17:9 — Garaan namaa waan hunda caalaa haxxee dha; garmalees hamaa dha. Eenyutu isa ________ dandaʼa?
barreessi
dhoksin
hubachuu
Miilkiyaas 2:17 — Isin dubbii keessaniin Waaqayyoon dadhabsiiftaniirtu. “Nu akkamiin isa dadhabsiifne?” jettaniis gaafattu. “Warri waan hamaa hojjetan hundinuu fuula Waaqayyoo duratti gaarii dha; innis isaanitti ________” yookaan “Waaqni murtii qajeelaa meerre?” jechuudhaan.
barbaadu
gammada
deebiʼu
Isaayyaas 7:15 — Inni yeroo waan hamaa lagatee waan gaarii filachuu beekutti ________ fi damma nyaata.
cubbamaa
dhiphateera
itittuu
Faarfannaa 97:10 — Sababii inni lubbuu amanamoota isaa eegee, harka hamootaa jalaa isaan baasuuf, warri Waaqayyoon jaallatan ________ haa jibban.
hammina
murtii
rakkina
Fakkeenya 3:7 — Ani ogeessa ofiin hin jedhin; Waaqayyoon sodaadhu; waan hamaa irraas ________.
dhoksuun
dabarsuu
fagaadhu
Faarfannaa 37:27 — Waan hamaa irraa deebiʼiitii waan gaarii hojjedhu; yoos ati bara ________ ni jiraatta.
baraan
caalaa
naannoo
1 Mootota 3:9 — Kanaafuu ________ ani ittiin saba kee bulchuu fi waan gaarii fi waan hamaa ittiin gargar baasee beeku garbicha keetiif kenni. Yoo akkas taʼuu baate eenyutu saba kee guddaa kana bulchuu dandaʼa?”
hubannaa
balʼina
jiraataa
1 Tasaloniiqee 5:22 — ________ gosa hundumaa irraa fagaadhaa.
qalbii
Hammina
cubbuu
Roomaa 16:19 — Waaʼeen ________ keessanii nama hundumaa biratti dhagaʼameera; anis isinitti nan gammada; garuu akka isin waan gaariif ogeeyyii, waan hamaaf immoo garraamota taatan nan barbaada.
ajajamuu
murtii
hundinuu
Hojii 10:38 — Kunis akka Waaqni Yesuus nama ________ sana Hafuura Qulqulluu fi humnaan dibee fi akka Yesuus waan gaarii hojjechaa fi warra humna diiyaabiloos jala turan fayyisaa biyya hunda keessa nanaannaʼee dha; Waaqni isa wajjin tureetii.
Itoophiyaa
Naazreeti
Qiisaariyaa
1 Phexros 3:11 — Inni ________ irraa deebiʼee gaarii haa hojjetu; nagaa haa barbaadu; duukaa haa buʼus.
dhagna
hammina
cubbuu
Roomaa 12:21 — ________ hammina moʼi malee hamminaan hin moʼamin.
hangafoota
Ergamaan
Gaarummaan
Amoos 5:15 — Waan hamaa jibbaa; waan gaarii jaalladhaa; mana murtii keessatti murtii qajeelaa jabeessaa; Waaqayyo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu tarii ________ Yoosefiif garaa laafa taʼaatii.
hambaa
qamadii
galataa
Faarfannaa 34:14 — ________ irraa deebiʼi; gaarii hojjedhu; nagaa barbaadi; duukaa buʼis.
Hammina
murtii
rakkina
Roomaa 12:9 — Jaalalli keessan itti fakkeessuudhaan hin taʼin. Waan hamaa jibbaa; waan gaariitti ________.
dhalcheera
maxxanaa
heeruman
Roomaa 5:19 — Akkuma ajajamuu diduu nama tokkootiin namoonni baayʼeen ________ taʼan, akkasuma immoo ajajamuu nama tokkootiin namoonni baayʼeen qajeeltota ni taasifamu.
Katabbiiwwan
cubbamoota
haadhota
1 Phexros 2:24 — Inni mataan isaa akka nu cubbuuf duunee qajeelummaaf immoo jiraannuuf jedhee dhagna isaatiin cubbuu keenya ________ irratti baate; isinis madaa isaatiin fayyitaniirtu.
arraba
fannoo
himata
Mulʼata 2:7 — Namni gurra qabu waan Hafuurri waldoota kiristaanaatiin jedhu haa dhagaʼu. Nama moʼatu akka inni muka jireenyaa kan jannata Waaqaa keessa jiru irraa nyaatuuf ________ nan kennaaf.
mirga
garbicha
ibsaa
Mulʼata 22:2 — bishaan sunis walakkaa daandii magaalattii irra yaaʼaa ture. Gamaa gamana lagichaa irras mukni jireenyaa ija gosa kudha lama naqatu dhaabatee ture; innis jiʼuma jiʼaan ija naqata ture. ________ muka sanaas saboota fayyisa ture.
beelaʼan
Baalli
marfamte
Liinkiin waraabameeraQorannoo Itti Fufi →
Qorannoon kun si gargaareeraa? Ragaa gabaabaa ykn ragaa kee guutuu qooddu — seenaan kee nama biraa marsariitii kana argachuuf gargaara.
← Gara Qorannootti Deebi'i