Wabiiwwan armaan gadii keessaa tokkoo tokkoof, waan caqasni sun barsiisu filadhu. Qabxiin kee dhuma irratti ni argama.
Kun qormaata qabxiin madaalamudha. Waraqaa Ragaa Mirkaneessaa Tajaajilaa kee argachuuf isa darbi.
1 Xiimotewos 3:16 — Waaqatti buluun shakkii tokko malee icciitii guddaa of keessaa qaba; kunis, Inni fooniin ________; Hafuuraan mirkaneeffame; ergamoota Waaqaatu isa arge; saboota keessatti lallabame; addunyaa irratti itti amaname; ulfinaan ol fudhatame.
xinnaa
mulʼate
argite
2 Phexros 1:3 — ________ waaqummaa isaa karaa isa ulfina isaatii fi gaarummaa isaatiin nu waame sana beekuu keenyaatiin waan jireenyaa fi Waaqatti buluuf nu barbaachisu hundumaa nuuf kenneera.
obsa
ergamaa
Humni
1 Xiimotewos 6:3 — Eenyu iyyuu yoo barsiisa addaa barsiise, yoo dubbii dhugaa kan Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosii fi barsiisa nama Waaqaa taʼuuf fayyaduun ________ hin galle
ajaje
walii
iji
Uumama 5:24 — ________ Waaqa wajjin deddeebiʼe; waan Waaqni isa fudhateef inni deebiʼee hin argamne.
Aggaar
Qaayin
Henook
Ibroota 11:5 — ________ akka duʼa hin argineef amantiidhaan fudhatame; waan Waaqni isa fudhateef inni hin argamne. Inni utuu hin fudhatamin dura akka nama Waaqa gammachiiseetti dhugaa baʼameefii tureetii.
Xiimotewos
Henook
Roomaa
Uumama 17:1 — Yeroo Abraam nama waggaa sagaltamii sagalii turetti Waaqayyo isatti mulʼatee akkana jedheen; “Ani Waaqa Waan Hundumaa ________ dha; ati fuula koo dura amanamummaan deddeebiʼi; hirʼinas hin qabaatin.
Amoorota
Amoorotaa
Dandaʼuu
Faarfannaa 4:3 — Isin akka Waaqayyo warra isaaf bulan ofii isaatiif ________ baafate beekaa; Waaqayyo yommuu ani isa waammadhutti na dhagaʼa.
addaan
dhaaba
muru
1 Xiimotewos 6:12 — Walʼaansoo amantii gaarii sana qabi. Jireenya bara ________ kan yeroo fuula dhuga baatota baayʼee duratti akka gaarii beeksiftetti itti waamamte sana jabeessii qabadhu.