Ani Fayyifamuuf Maal Gochuu Qaba? — Jireenya Keessatti Hojii Irra Oolchuu — Qormaata Kitaaba Qulqulluu
Wabiiwwan armaan gadii keessaa tokkoo tokkoof, waan caqasni sun barsiisu filadhu. Qabxiin kee dhuma irratti ni argama.
Kun qormaata qabxiin madaalamudha. Waraqaa Ragaa Mirkaneessaa Tajaajilaa kee argachuuf isa darbi.
Yaaqoob 1:18 — Innis akka nu ________ isaa hundumaaf gosa hangafa taanuuf akkuma fedhii isaatti dubbii dhugaatiin nu dhalche.
uumama
harkuma
dirqama
1 Phexros 1:23 — Isin karaa dubbii Waaqaa isa jiraatuu fi cimee dhaabatu sanaatiin sanyii hin ________ irraa lammata dhalattan malee sanyii badu irraa miti.
mudaa
sodaattu
badne
Galaatiyaa 4:6 — Sababii isin ilmaan taataniifis Waaqni Hafuura Ilma isaa kan, “Aabbaa, yaa Abbaa” jedhee waamu sana gara keessa garaa keenyaatti ________.
caalaa
kenne
erge
Hojii 2:42 — Isaanis ________ ergamootaatti, jireenya tokkummaatti, buddeena caccabsuutti, Waaqa kadhachuuttis ni jabaatan.
barsiisa
teessoo
dhufaatii
Roomaa 6:11 — Isinis ________ akka cubbuuf duutanitti, Kiristoos Yesuusiin garuu akka Waaqaaf jiraattota taatanitti of hedaa.
halkan
akkasuma
suuta
Luqaas 8:15 — Sanyiin biyyoo gaarii irraa garuu warra garaa tolaa fi gaariidhaan dubbicha dhagaʼanii jabeessanii qabatanii ________ ija naqatan argisiisa.
dirqama
jajjabina
obsaan
Faarfannaa 1:2 — Garuu inni seera Waaqayyootti ________; seera isaas halkanii guyyaa irra deddeebiʼee itti yaada.
nyaata
gammada
sagalee
Iyyaasuu 1:8 — Kitaabni ________ kun afaan keetii hin buʼin. Waan isa keessatti barreeffame hunda gochuuf akka of eeggattuufis halkanii guyyaa itti yaadi. Akkasiinis ati ni badhaata; ni milkooftas.
gosoota
Seeraa
sulula
1 Yohannis 1:7 — Garuu akkuma inni ifa keessa jiru sana, nus yoo ifa keessa deddeebine walii wajjin ________ qabna; dhiigni Ilma isaa Yesuus cubbuu hundumaa irraa nu qulqulleessa.
barreessi
tokkummaa
moʼate
Ibroota 10:24 — Kottaa jaalalaa fi hojii gaariif wal ________ itti yaadnaa.
dhalcheera
heeruman
kakaasuuf
2 Phexros 3:18 — Garuu ayyaanaa fi beekumsa Gooftaa keenyaa fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoosiin ________. Ammas, bara baraanis ulfinni isaaf haa taʼu! Ameen.
dhalcheera
guddadhaa
himatan
Roomaa 13:11 — Yeroon isin hirribaa ________ amma akka taʼe hubadhaa. Yeroo nu itti amanne sana caalaa fayyinni keenya amma nutti dhiʼaateeraatii.
garbummaa
waldoota
dammaqxan
1 Phexros 5:8 — Warra of qaban taʼa; dammaqaas. Diiyaabiloos ________ keessan nama liqimsu barbaadee akkuma leenca aaduu nanaannaʼaatii.
hangafni
diinni
dhiisuu
Luqaas 14:28 — “Mee isin keessaa namni tokko gamoo ijaarrachuu barbaada haa jennuu; namichi sun gamoo sana ijaaree fixuuf horii gaʼaa qabaachuu fi qabaachuu baachuu isaa beekuuf duraan dursee taaʼee ________ isaa hin herregatuu?
teessoo
gatii
bishaan
Yaaqoob 1:12 — Namni qorumsa obsu eebbifamaa dha; inni yommuu qorametti jabaatee waan dhaabateef ________ jireenyaa kan Waaqni warra isa jaallataniif waadaa gale sana ni argataatii.
gammachuu
gonfoo
dhuga
1 Phexros 1:5 — isin warra karaa amantiitiin hamma ________ bara dhumaatti mulʼachuudhaaf qophaaʼe sanaatti humna Waaqaatiin eegamtanii dha.
gammachuu
fayyina
waame
Luqaas 9:23 — Ergasii inni hunduma isaaniitiin akkana jedhe; “Namni kam iyyuu yoo na faana dhufuu barbaade, inni of haa ganu; fannoo isaa ________ guyyaan baadhatees na duukaa haa buʼu.
guyyuma
ganama
sodaa
Fiiliphisiyuus 2:12 — Kanaafuu yaa jaallatamoo, akkuma yeroo hunda ajajamtan sana, yeroo ani isin bira jiru qofa utuu hin taʼin amma yeroo ani isin bira hin jirretti caalchisaatii sodaa fi hollannaan ________ keessan fiixaan baasuuf itti fufaa;
qalbii
fayyina
gorsa
Yihuudaa 1:20 — Isin garuu yaa michoota, ________ keessan kan waan hunda irra qulqulluu taʼe sana irratti of ijaaraa; Hafuura Qulqulluudhaanis kadhadhaa.
jiraataa
dhaabatee
amantii
← Gara Qorannootti Deebi'i