Macaafni Qulqulluun Waa'ee Gaarii fi Hamaa Maal Jedha? — Hundee — Qormaata Kitaaba Qulqulluu
Wabiiwwan armaan gadii keessaa tokkoo tokkoof, waan caqasni sun barsiisu filadhu. Qabxiin kee dhuma irratti ni argama.
Kun qormaata qabxiin madaalamudha. Waraqaa Ragaa Mirkaneessaa Tajaajilaa kee argachuuf isa darbi.
Keessa Deebii 30:15 — Kunoo ani harʼa jireenyaa fi ________, duʼaa fi badiisa fuula kee dura kaaʼeera.
eebba
sulula
kudhan
Fakkeenya 1:29 — Isaan waan ________ jibbanii Waaqayyoon sodaachuu illee filachuu didaniif
beekumsa
argata
wayya
Fakkeenya 24:8 — Namni ________ malu, “Maltee” jedhama.
murtii
hammina
badiisa
Ermiyaas 13:23 — Namni Itoophiyaa tokko bifa isaa yookaan ________ buburrina isaa geeddaruu ni dandaʼaa? Isin warri hammina hojjechuu barattanis waan gaarii hojjechuu hin dandeessan.
qoricha
qeerransi
dhoksuun
Fakkeenya 4:14 — Daandii ________ irra miilla kee hin dhaabin yookaan karaa jalʼootaa irra hin deemin.
hamootaa
eebbifamaa
gargar
Fakkeenya 4:18 — Karaan qajeeltotaa akkuma ________ barii barraaqaa kan hamma saafaatti ittuma fufee ifaa deemuu ti.
abdii
ibidda
ifa
Uumama 3:6 — Dubartittiinis yommuu akka iji mukichaa nyaataaf gaarii, kan ija namaatti tolu, ogummaa argachuufis akka nama gojomaasisu argitetti fudhattee nyaatte. ________ ishees ishee wajjin ture; isaafis ni laatte; innis ni nyaate.
Dhirsi
dadhabbii
garbittii
Uumama 3:9 — Waaqayyo Waaqni garuu namicha ________, “Ati eessa jirta?” jedheen.
ajaje
waamee
darbee
Faarfannaa 56:3 — Ani yommuun sodaadhutti sin ________.
eeggadha
dhiʼaatu
amanadha
Faarfannaa 56:11 — Waaqa nan ________; ani homaa hin sodaadhu. Namni maal na gochuu dandaʼa?
amanadha
eeggadha
dhiʼaatu
Uumama 8:20 — Nohis Waaqayyoof iddoo aarsaa ________; horii fi simbirroota qulqulluu hunda keessaa fuudhee iddoo aarsaa sana irratti aarsaa gubamu dhiʼeesse.
ijaare
tolche
uume
Fakkeenya 1:33 — namni na dhaggeeffatu kam iyyuu garuu ________ jiraata; inni qabbanaan jiraata; wanni hamaanis isa hin sodaachisu.”
sobaan
nagaadhaan
guutummaatti
Ibroota 5:14 — Nyaanni jabaataan garuu namoota bilchaatoo kanneen waan gaarii fi waan hamaa gargar ________ beekuuf of leenjisaniif taʼa.
baasanii
foonii
tajaajiluu
Uumama 3:22 — Waaqayyo Waaqnis, “Kunoo namni waan gaarii fi waan hamaa beekuudhaan nu keessaa akka isa tokkoo taʼeera. Ammas harka isaa hiixatee, ija ________ jireenyaa ciratee nyaachuun, bara baraanis jiraachuun isaaf eeyyamamuu hin qabu” jedhe.
arge
muka
niitii
Isaayyaas 26:3 — Inni sitti irkateeraatii, nama yaadni garaa isaa si wajjin jiru, ati ________ hirʼina hin qabneen isa eegda.
nagaa
dhagaa
barsiisaa
Yohannis 1:29 — Guyyaa itti aanutti ________ utuu Yesuus gara isaa dhufuu argee akkana jedhe; “Ilaa Hoolaa Waaqaa isa cubbuu addunyaa balleessu!
Eeliyaas
Indiriiyaas
Yohannis
Hojii 8:32 — Kutaan kitaabaa kan xuʼaashiin sun dubbisaa ture isa kana: “Inni akkuma hoolaa iddoo qalmaatti geeffamee, yookaan akkuma ________ hoolaa kan fuula nama rifeensa irraa murmuruu duratti calʼisuu akkasuma afaan isaa hin saaqqanne.
fannoo
haaloo
ilmoo
← Gara Qorannootti Deebi'i