Isaayyaas 11:2 — Hafuurri Waaqayyoo, Hafuurri ogummaatii fi ________, Hafuurri gorsaatii fi humnaa, Hafuurri beekumsaatii fi kan Waaqayyoon sodaachuu isa irra qubata;
beekumsa
baraa
hubannaa
Isaayyaas 11:3 — inni Waaqayyoon sodaachuutti ni gammada. Inni waanuma iji isaa arguun ________ hin kennu; yookaan waanuma gurra isaatiin dhagaʼuun hin murteessu;
Fakkeenya 19:23 — Waaqayyoon sodaachuun ________ nama geessa; yoos namni boqonnaadhaan jiraata; // rakkinnis isa hin argatu.
eeggatti
jireenyatti
dhiifne
Maatewos 10:28 — Warra ________ malee lubbuu ajjeesuu hin dandeenye hin sodaatinaa. Qooda kanaa Isa gahaannam keessatti foonii fi lubbuu balleessuu dandaʼu sana sodaadhaa.
2 Qorontos 7:1 — Kanaafuu yaa ________, nu waan waadaawwan kanneen qabnuuf kottaa Waaqa sodaachaa qulqullina fiixaan baasuudhaan waan foonii fi hafuura xureessu hundumaa irraa of qulqulleessinaa.
jaallatamtoota
jiraataadhaaf
keessumattuu
Fiiliphisiyuus 2:12 — Kanaafuu yaa jaallatamoo, akkuma yeroo hunda ________ sana, yeroo ani isin bira jiru qofa utuu hin taʼin amma yeroo ani isin bira hin jirretti caalchisaatii sodaa fi hollannaan fayyina keessan fiixaan baasuuf itti fufaa;