Macaafni Qulqulluun Beekumsa Waa'ee Maal Jedha? — Jireenya Keessatti Hojiirra Oolchuu — Qormaata Kitaaba Qulqulluu
Wabiiwwan armaan gadii keessaa tokkoo tokkoof, waan caqasni sun barsiisu filadhu. Qabxiin kee dhuma irratti ni argama.
Kun qormaata qabxiin madaalamudha. Waraqaa Ragaa Mirkaneessaa Tajaajilaa kee argachuuf isa darbi.
Fakkeenya 10:14 — Namoonni ogeeyyiin beekumsa kuufatu; afaan gowwaa garuu ________ waama.
faayidaa
rakkina
badiisa
1 Qorontos 8:1 — Waaʼee nyaata waaqota ________ aarsaa dhiʼeeffamee akka nu hundinuu beekumsa qabnu beekna. Beekumsi of nama tuulchisa; jaalalli garuu nama ijaara.
qulqulloota
dinqii
tolfamoof
Efesoon 6:17 — Qoobii sibiilaa kan fayyinaa kaaʼadhaa; ________ Hafuuraas qabadhaa; innis dubbii Waaqaa ti.
seera
galaana
goraadee
Daaniʼel 11:32 — Inni warra kakuu sana dhiisan gowwoomsee ni dogoggorsa; warri Waaqa isaanii beekan garuu jabaatanii dhaabachuudhaan isa ________.
mormu
makame
barumsa
Isaayyaas 11:9 — Isaan ________ koo qulqulloota hunda irratti waa hin miidhan yookaan waa hin balleessan; akkuma bishaan galaana guutu sana lafti Waaqayyoon beekuudhaan guutamtiitii.
tulluuwwan
sulula
lageen
Ermiyaas 31:34 — Sababii hundi isaanii, xinnaa hamma guddaatti na beekaniif, siʼachi namni kam iyyuu, ‘ Waaqayyoon beeki’ jedhee ollaa isaa yookaan obboleessa isaa hin barsiisu” jedha Waaqayyo. “Ani yakka isaanii nan dhiisaaf; cubbuu isaaniis siʼachi hin ________.”
dubbadhu
yaadadhu
adaba
1 Qorontos 13:12 — Amma of-ilaalee keessaan ________ dimimmisaaʼaa arginaatii; yeroo sana garuu ifaan ifatti ni argina. Ani amma gartokkon beeka; yeroo sana garuu ani akkuma guutummaatti beekame sana guutummaatti beekuufin jira.
dukkana
bifa
mulʼata
Fiiliphisiyuus 3:8 — Dhugumaanuu sababii Gooftaa koo Kiristoos Yesuus isa waan hundumaa caalu sana beekuutiif ani waan hundumaa akka waan ________ hin qabneetti nan ilaala. Ani isaaf jedhee waan hundumaa dhabeera; Kiristoosin argachuufis waan hundumaa akka kosiitti nan ilaala;
dhagaa
gatii
halluu
Fakkeenya 2:3 — yoo ati jabaattee qalbeeffannaa barbaaddee hubannaa ________ jettee iyyitee kadhatte
argachuuf
adabbii
seera
Fakkeenya 2:4 — yoo ati akkuma ________ isa barbaaddattee akkuma qabeenya dhokfameetti isa barbaadde
siiʼool
meetiitti
alagaa
← Gara Qorannootti Deebi'i