Wabiiwwan armaan gadii keessaa tokkoo tokkoof, waan caqasni sun barsiisu filadhu. Qabxiin kee dhuma irratti ni argama.
Kun qormaata qabxiin madaalamudha. Waraqaa Ragaa Mirkaneessaa Tajaajilaa kee argachuuf isa darbi.
Tiitoo 3:5 — inni sababii qajeelummaa nu hojjenneetiif utuu hin taʼin sababii ________ isaatiif jedhee nu fayyise. Inni dhiqannaa lammata dhalachuutii fi haaromsuu Hafuura Qulqulluutiin nu fayyise;
araara
jaalala
murtii
Maatewos 9:13 — Garuu dhaqaatii dubbiin, ‘Ani araaran fedha malee aarsaa hin fedhu’ jedhu sun maal jechuu akka taʼe hubadhaa. Ani ________ waamuufin dhufe malee qajeeltota waamuuf hin dhufneetii.”
Uumama 19:19 — Kunoo garbichi kee fuula kee duratti ________ argateera; ati lubbuu koo oolchitee gara laafina guddaa na argisiifteerta. Ani garuu gara tulluutti ol baqachuu hin dandaʼu; balaan kun na argata; anis nan duʼa.
Uumama 32:10 — ani gaarummaa fi ________ ati ana garbicha kee argisiifte kana hundaaf hin malu. Ani yeroo Yordaanos kana ceʼetti ulee koo qofa qaban ture; amma garuu garee lama taʼeen jira.
hiikkaa
amanamummaa
gammachuu
Uumama 32:12 — Ati garuu, ‘Ani dhugumaan waan gaarii siifin godha; sanyii kees akka cirracha galaanaa kan lakkaaʼamuu hin ________ sanaa nan godha’ jetteerta.”
baraa
dandeenye
dhalate
Faarfannaa 136:1 — Waaqayyoof ________ galchaa; inni gaariidhaatii. Jaalalli isaa bara baraan jiraata.
galata
kiyyoo
saboota
Faarfannaa 136:4 — inni kophaa isaa ________ gurguddaa hojjeta; Jaalalli isaa bara baraan jiraata.
galata
dinqii
kiyyoo
Faarfannaa 136:23 — Inni yeroo nu gad deebinetti nu ________; Jaalalli isaa bara baraan jiraata.