Wabiiwwan armaan gadii keessaa tokkoo tokkoof, waan caqasni sun barsiisu filadhu. Qabxiin kee dhuma irratti ni argama.
Kun qormaata qabxiin madaalamudha. Waraqaa Ragaa Mirkaneessaa Tajaajilaa kee argachuuf isa darbi.
Isaayyaas 7:14 — Kanaafuu Gooftaan mataan isaa mallattoo isiniif kenna: Kunoo ________ tokko ni ulfoofti; ilma ni deessi; Amaanuʼel jettees isa moggaafti.
gufuu
durbi
ajajamaa
Isaayyaas 53:3 — Inni nama biratti tuffatamee jibbame; inni nama ________ fi gadadamuun jiraatuu dha. Akkuma nama namoonni fuula isaanii irraa garagalfatanii, inni ni tuffatame; nus ulfina hin kennineef.
booʼaa
gaddaa
hadhaaʼaa
Miikiyaas 5:2 — “Garuu yaa ________ Efraataa, ati yoo balbala Yihuudaa keessaa xinnoo taate iyyuu, kan bulchaa Israaʼel taʼu, kan jiraachuun isaa durumaa, kan bara duriitii jalqabee ture tokko si keessaa baʼee naaf dhufa.”
Beetʼeel
Naazreeti
Beetlihem
Galaatiyaa 4:4 — Yommuu yeroon murteeffame sun gaʼetti garuu Waaqni Ilma isaa isa ________ irraa dhalate, kan seera jalatti dhalate sana erge;
waldaa
dubartii
duʼan
Yohannis 1:14 — Dubbiin foon taʼee nu gidduu ________. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.