Macaafni Qulqulluun Waaʼee Duʼa Waaqayyoo Maal Jedha? — Hundee — Qormaata Kitaaba Qulqulluu Wabiiwwan armaan gadii keessaa tokkoo tokkoof, waan caqasni sun barsiisu filadhu. Qabxiin kee dhuma irratti ni argama.
Kun qormaata qabxiin madaalamudha. Waraqaa Ragaa Mirkaneessaa Tajaajilaa kee argachuuf isa darbi.
2 Phexros 1:3 — Humni waaqummaa isaa karaa isa ulfina isaatii fi gaarummaa isaatiin nu waame sana beekuu keenyaatiin waan jireenyaa fi ________ buluuf nu barbaachisu hundumaa nuuf kenneera.
jaalala
obsaan
Waaqatti
2 Phexros 1:4 — Kennaa kanaanis isin badiisa sababii ________ hamaatiin addunyaa keessa jiru jalaa baatanii akka amala waaqummaa isaa sana keessatti hirmaattaniif jedhee karaa kennaa kanaatiin waadaa isaa guddaa fi kan gatii guddaa qabu nuuf galeera.
gugee
bubbee
hawwii
2 Phexros 1:5 — Sababuma kanaaf amantii keessan irratti gaarummaa, gaarummaa irrattis ________ dabalachuuf waan isinii dandaʼame hunda godhaa;
ulfina
wayya
beekumsa
2 Phexros 1:6 — akkasuma ________ irratti of qabuu, of qabuu irratti obsaan dhaabachuu, obsaan dhaabachuu irratti Waaqatti buluu
beekumsa
ulfina
wayya
2 Phexros 1:7 — ________ buluu irratti jaalala obbolummaa, jaalala obbolummaa irratti immoo jaalala dhugaa dabaladhaa.
Michoota
Waaqatti
xuraaʼummaa
Maatewos 5:16 — Akka namoonni hojii keessan isa gaarii arganii abbaa keessan kan samii irraatiif ulfina kennaniif ifni keessanis ________ fuula namootaa duratti haa ifu.
amantii
akkasuma
dandaʼa
Roomaa 4:20 — Inni amantii isaatti jabaachuun Waaqaaf ulfina kenne malee amantii dhabuun ________ Waaqaa hin shakkine;
beekuu
baraa
waadaa
Yohannis 15:8 — Isin yoo ija baayʼee naqattanii fi yoo ________ koo taatan, kanaan Abbaan koo ulfina argata.
barattoota
dubbii
cubbuu
2 Phexros 1:8 — Yoo isin waan kana hunda qabaattanii ittuma isinii ________ deeme, wanni kun akka isin Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos beekuu keessatti dadhaboo fi buʼaa dhabeeyyii hin taane isin godha.
dhalcheera
herrega
baayʼachaa
2 Phexros 1:9 — Garuu namni waan kana hin qabne kam iyyuu jaamaa dha; fagoottis arguu hin dandaʼu; cubbuu isaa durii sana irraa ________ isaa irraanfateera.
hinaaffaa
mulʼachuu
qulqulleeffamuu
2 Phexros 1:10 — Kanaaf yaa obboloota ko, waamamuu fi filatamuu keessan mirkaneeffachuuf caalaatti ________ qabaadhaa. Yoo waan kana gootan isin hin gufattan;
qulqulleeffamuu
hinaaffaa
ibsaa
2 Phexros 1:11 — akkasiin gara mootummaa bara baraa kan Gooftaa keenyaa fi ________ keenya Yesuus Kiristoositti galuun guutummaatti isiniif kennama.
Samaariyaa
Fayyisaa
Amoonotaa
Roomaa 8:29 — Akka inni obboloota baayʼee keessatti hangafa taʼuuf Waaqni warra duraan dursee beeke akka ________ ilma isaa fakkaataniif duraan dursee murteesseeraatii.
dukkana
bifa
Waaqatti
1 Phexros 2:9 — Isin garuu akka ________ isa dukkana keessaa gara ifa isaa dinqisiisaatti isin waame sanaa labsitaniif dhaloota filatame, luboota mootii, saba qulqulluu, saba Waaqaa kan addaa taataniirtu.
galata
hafuurota
waadaa
Ibroota 6:11-12 — Nus akka tokkoon tokkoon keessan ________ keessan mirkaneessitanii hamma dhumaatti tattaaffii akkanaa argisiiftan barbaanna.
dhagna
abdii
jalqabaa
Lallaba 4:12 — Namni tokko moʼatamuu dandaʼa; namoonni lama garuu of irraa deebisuu dandaʼu. Funyoon foʼaa sadiin foʼame ________ hin citu.
murtii
obsaan
dafee
Ibroota 11:8 — Abrahaam gara iddoo dhaaluuf jiruu akka dhaqu yommuu waamametti, amantiidhaan ________; eessa akka dhaqu iyyuu utuu hin beekin kaʼee deeme.
jajjabina
fannifame
ajajame
Mulʼata 19:9 — ________ Waaqaa sunis, “‘Warri gara irbaata cidha fuudha Hoolichaatti affeeraman eebbifamoo dha!’ jedhii barreessi” naan jedhe; innis, “Dubbiin kun dubbii Waaqaa isa dhugaa dha” naan jedhe.
galaana
Ergamaan
dhiiga
Bu'aa Kee Qoodi Liinkiin waraabameera Qorannoo Itti Fufi →
Qorannoon kun si gargaareeraa? Ragaa gabaabaa ykn ragaa kee guutuu qooddu — seenaan kee nama biraa marsariitii kana argachuuf gargaara.
← Gara Qorannootti Deebi'i