Daaniʼel 1:8 — Daaniʼel garuu nyaataa fi daadhii wayinii mootichaatiin of xureessuu dide; innis akkasiin akka of hin xureessineef itti gaafatamaa ________ sana eeyyama gaafate.
qondaaltotaa
risaa
leencaa
1 Qorontos 9:25 — Namni dorgommii keessatti dorgomu hundinuu leenjii cimaa keessa darba. Isaan gonfoo badu argachuuf waan kana godhu; nu garuu gonfoo hin ________ argachuuf waan kana goona.
badne
nagaa
mudaa
Uumama 39:9 — Mana kana keessatti namni na caalu tokko iyyuu hin jiru. Sababii ati niitii isaa taateef siʼi malee wanni gooftaan koo natti hin kennin tokko iyyuu hin jiru. Yoos ani akkamittan waan hamaa akkasii raawwachuudhaan ________ cubbuu hojjedha ree?”
qaanii
kadhatan
Waaqatti
Uumama 39:12 — Isheenis wayyaa isaa qabattee, “Kottuutii na bira gaʼi!” jetteen. Inni garuu wayyaa isaa isheetti gad lakkisee ________ manaa baʼe.
fiigee
beelaa
kakate
2 Phexros 1:6 — akkasuma ________ irratti of qabuu, of qabuu irratti obsaan dhaabachuu, obsaan dhaabachuu irratti Waaqatti buluu
beekumsa
wayya
ulfina
Tiitoo 2:12 — Ayyaanni kunis Waaqa malee ________ fi hawwii addunyaa ganuun bara kana keessa jireenya of qabiisaa, jireenya qajeelummaatii fi jireenya Waaqatti buluu akka jiraannu nu barsiisa;
jiraachuu
dubbiin
Michoota
Tiitoo 2:13 — kunis yommuu nu abdii keenya isa eebbifamaa jechuunis mulʼachuu ________ Waaqa keenya guddichaatii fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoos eeggachaa jirrutti taʼa;