Yesus Eenyu? — Kutaa 2ffaa — Qormaata Kitaaba Qulqulluu
Wabiiwwan armaan gadii keessaa tokkoo tokkoof, waan caqasni sun barsiisu filadhu. Qabxiin kee dhuma irratti ni argama.
Kun qormaata qabxiin madaalamudha. Waraqaa Ragaa Mirkaneessaa Tajaajilaa kee argachuuf isa darbi.
Uumama 14:18 — Malkiiseedeq mootiin ________ buddeenaa fi daadhii wayinii fideef; innis luba Waaqayyo Waaqa Waan Hundaa Olii ture;
Yaamiin
Saaleemis
Toolaa
Maatewos 26:26 — Utuu nyaachaa jiranuus Yesuus buddeena fuudhee eebbise; ________, “Fudhadhaa nyaadhaa; kun foon koo ti” jedhee barattoota isaatiif kenne.
hubanne
caccabsees
eeyyamamne
Uumama 49:10 — Hamma bulchaan dhufutti ________ harka Yihuudaatii, uleen bulchiinsaa miilla isaa gidduudhaa hin dhabamu; saboonnis isaaf ni ajajamu.
bokkuun
duubatti
dhaaltuu
2 Saamuʼeel 7:12 — yommuu barri jireenya keetii dhumee ati abbootii kee wajjin boqottutti ani akka inni iddoo kee buʼuuf ________ kee kan gudeeda keetii baʼu nan kaasa; mootummaa isaa illee jabeessee nan dhaaba.
sanyii
teessoo
maqaa
Mulʼata 22:16 — “Ani Yesuus, akka inni wantoota kanneen ________ kiristaanaa keessatti dhugaa isinii baʼuuf ergamaa koo ergeera. Ani Hiddaa fi Sanyii Daawit, Bakkalcha Barii kan ifuu dha.”
chaappaa
waldoota
irbaata
Maatewos 3:16 — Yesuusis akkuma cuuphameen bishaan keessaa ol baʼe. Innis yommusuma samiin banamee, utuu Hafuurri Waaqaa akkuma gugeetti gad ________ isa irras qubatuu arge.
buʼee
yaada
barsiisa
Efesoon 4:4 — Akkuma yeroo waamamtanitti gara ________ tokkootti waamamtan sana, dhagna tokkoo fi Hafuura tokkotu jira;
jalqabaa
baraa
abdii
Ibroota 8:1 — Waan nu dubbannu keessaa ijoon kana: Nu ________ ol aanaa samii irra karaa mirga teessoo Isa Ulfina Qabeessa Samii keessaa sanaa taaʼe akkasii qabna.
dhiphina
luba
jabina
Faarfannaa 110:1 — Waaqayyo, gooftaa kootiin: “Hamma ani diinota kee ________ miilla keetii godhutti, karaa mirga koo taaʼi” jedhe.
ejjeta
qooda
argata
Yohannis 1:14 — Dubbiin foon taʼee nu gidduu ________. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
mulʼate
jiraate
argate
← Gara Qorannootti Deebi'i