1 Mootota 21:7 — Niitiin isaa Iizaabelis, “Ati amma mootii Israaʼelii? Kaʼii buddeena nyaadhu! Gammadis. Ani iddoo dhaabaa ________ Naabot namicha Yizriʼeel sanaa siifin kennaa” jetteen.
cubbuu
ulfina
wayinii
1 Mootota 21:20 — Ahaabis Eeliyaasiin, “Yaa ________ ko, ati na argatteerta!” jedhe. Innis deebisee akkana jedheen; “Sababii ati fuula Waaqayyoo duratti waan hamaa hojjechuuf of gurgurteef ani si argadheera.
waanjoo
diina
mudhii
1 Mootota 21:25 — Namni akka ________ isa niitii ofii isaa Iizaabeliin kakaafamee fuula Waaqayyoo duratti waan hamaa hojjechuudhaaf of gurgure sanaa gonkumaa hin jiru.
Yooʼaab
Ahaab
Benaayaa
2 Phexros 2:15 — Karaa qajeelaa dhiisanii karaa Balaʼaam ilma Bosoor isa gatii ________ jaallate sanaa duukaa buʼuuf karaa irraa badan.
Tiitoo 2:11-12 — Ayyaanni Waaqaa kan ________ fidu nama hundatti mulʼifameeraatii.
gammachuu
fayyina
dhagna
Ibroota 12:16-17 — Namni kam iyyuu akka Esaawu isa ________ hangafummaa isaa nyaata tokkittiitti gurgurate sanaa sagaagaltuu yookaan nama Waaqatti hin bulle hin taaneef of eeggadhaa.
haati
lafa
mirga
Lallaba 4:12 — Namni tokko moʼatamuu dandaʼa; namoonni lama garuu of irraa deebisuu dandaʼu. Funyoon foʼaa sadiin foʼame ________ hin citu.